cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Ciroo/Chiro College of Teacher Education

Dhaabbata Barnoota mootummaa bara 2003 A.L.I.tti kan hundaa'e/ Governmental Educational organization stablished in 2003 E.C

إظهار المزيد
فنلندا935لم يتم تحديد اللغةالتعليم21 153
مشاركات الإعلانات
6 660
المشتركون
+1724 ساعات
+1277 أيام
+43930 أيام
أرشيف المشاركات
Leenjiin CBC KBB Ciroo jalqabameera
إظهار الكل...
Simpooziyeemiin Qo'annoofi Qorannoo sadarkaa Kilaastarii KBB Asallaa, Ciroofi Fiicheetiin qophaa'ee  Magaalaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti Caamsaa 3-4/ 2016 gaggeeffameera.
إظهار الكل...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Citootti Daawwannaan hojii jila BBO  Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr.Biltoosa Hirkootiin durfamu taasifameera .
إظهار الكل...
Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Ciroo BBO fi Dhaabbata "UNICEF" waliin tahuun leenjiin  mata duree "School Related Gender Based  Violance (SRGB)" Magaala Baabbileetti kennuun jalqabameera
إظهار الكل...
Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti Hawaasa kolleejjichaatiif leenjiin humna raawwachiisummaa ogeeyyii cimsu mata dureelee gara garaa irratti kennamaa jira Mata dureewwan leenjii :- 1.Bu'uuraalee qulqullina Barnootaa 2.Sirna Leenjii Hoggansaa Barnootaa 3. Foyya'insa Dagaagina Ogummaa walittifufaa 4.Maanuwaalii Bulchiinsa Manneen Barnootaa 5.Sirna karoorsuu,Hordofuu,Madaaluu fi Gabaasuu 6.Barnootaa fi Teeknoloojii
إظهار الكل...