cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

E-s-h-e-t-u๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ™

Qube generation(quunnamaa).....Warri chaanaali kana hordoftanii odeeffannoo waytaawwaa fi tapha garagaraa ni argattu.

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ุจู„ุฏู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ูุฆุฉ ุบูŠุฑ ู…ุญุฏุฏุฉ
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
162
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช24 ุณุงุนุงุช
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช7 ุฃูŠุงู…
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช30 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

โœ๐ŸผMatshona Dhliwayo
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ–•๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ‘๐Ÿ‘
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Deemsa Milkaa'inaaf...โœ โ•โ•โ•โ•โ•โ–โ€ขโ€ขโ–โ•โ•โ•โ•โ• Qilleensi na fuudhee Bubbeenis na kuffisu Qoraattiin hiddamee Gufuunis na dhiigsu ยจยจ''''''''''''''''''''''ยจยจ Haalli hamaan dhufee Yoo na miidhes barri Gufuun baraa hammaattee Natti cufamus karri ยจยจ''''''''''''''''''''''ยจยจ Nan xumura malee Hin hifadhu kaayyoo koo Gaafa guyyaan koo gahe Numan gaha galma koo . . .โœ๏ธ Getu Abera https://t.me/joinchat/AAAAAEUJcA_XOy0gMk_Kcw
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
E-s-h-e-t-u๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ™

Qube generation(quunnamaa).....Warri chaanaali kana hordoftanii odeeffannoo waytaawwaa fi tapha garagaraa ni argattu.

Charlie Chaplin Koomeediyaanii beekamaan Chaarli Chaapliin waggaa 88 addunyaa kanarra jiraate keessatti himoota ajaa'ibaa afur(4) nuuf gumaacheera. 1๐Ÿ‘‰ Rakkinoota keenyaan alatti, addunyaa kanarra wanti barabaraan turu hin jiru. 2๐Ÿ‘‰ Rooba keessa deemuu nan jaalladha sababni isaas namni tokkollee imimmaankoo arguu hin danda'u. 3๐Ÿ‘‰Guyyaan nuti jireenya keenya keessaa dhabne inni guddaan guyyaa nuti hin kolfineedha. 4๐Ÿ‘‰Doktaroota/hakiimota gaarii ja'an(6) addunyaa...: a) ๐€๐๐ฎ๐ฎ b) ๐›๐จ๐ช๐จ๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ c) ๐’๐จ๐œ๐ก๐ข๐ข ๐ช๐š๐š๐ฆ๐š๐š d) ๐๐ฒ๐š๐š๐ญ๐š e) ๐จ๐Ÿ๐ค๐š๐›๐š๐ฃ๐ฎ๐ฎ f) ๐‡๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐š
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Jechoota Barsiisoo โ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ข''''โ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆ โžช Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya immoo qoramtee baratta! โžช Nama si sobu wajjin gammaddee kolfuu irra, nama dhugaa sitti himee wajjin gadditee boo'uu siif wayya! โžช Nama carraa gaarii qabu osoo bishaan galaanaa keessatti darbanii iyyuu, qurxummii afaanitti qabatee keessa baha! โžช Hiyyeessa jechuun nama qarshiin hiyyoome osoo hin taane nama sammuun hiyyoome dha! โžช Nama of beeku tokko gammachiisuus ta'ee gaddisiisus hin dandeessu! โžช Namoonni hedduun dhugaa barbaadu malee dhugaa hin jaallatani! Daandii dhugaa irras hin deemani! โžช Kaleessi kee boruu kee murteessuu hin danda'u. โžช Namoota nama arrabsanitti hin qabamiin isaan eenyummaa isaanii ibsaa jiru malee eenyummaa kee ibsaa waan hin jireef! โžช Callisuun yeroo malee fi dubbachuun yeroo malee balaa guddaa fida! โžช Waan yaaduu qabdu qofa yaaduu yoo dandeesse waan irraanfachuu barbaaddu in irraanfata. Iyyaasuu Tarrafaa https://t.me/joinchat/AAAAAEUJcA_XOy0gMk_Kcw
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
E-s-h-e-t-u๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ˜†๐Ÿ™

Qube generation(quunnamaa).....Warri chaanaali kana hordoftanii odeeffannoo waytaawwaa fi tapha garagaraa ni argattu.

Guyyaan borii bareedaa ta'a jennee yaaduun, Dhukkubbii guyyaa har'aaf qoricha ta'a! โ€” Dr. Gurmeessaa
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
#ODUU_AMMEE Ergaa Ministeera Sayiinsii fi Barnoota Ola'noo irraa Beeksisa kanaan dura manxansineen Baratoonni Bara kana Ebbifamtan hundi Fuulbana 23--30tii Waamicha Isiniif gochuun keenya ni yaadatama, Haata'uuti garuu taatee Akka biyyaatti umameen Biyyatti keessa Nageenyi Amansiisaan wan hin jirreef, Baratoonni Bara kana Ebbifamtaniifi Baratoonni Yunivarsitii hundi bara kana Waan Isin waamnu Nutti hin fakkaatu kanaafuu Hundi keessan Iddoo jirtanitti Carraalee armaan gaadii kana keessaa Akka Filattan Isin beeksiisna. 1:- Hojii Yoo argattan barbaadadha. 2:- Bultii ijarrachuu warri barbaaddan ijaaradha 3:- Baqachuu warri barbaaddan baqadhaa 4:- Activists tahudhan Otuu dadhabne hifannee hin jedhin Nama Siyaasaa Cimaa tahun Hojii keessan itti fufaa 5:- Gara Moora Ykn Gibbii ni deebinaa jettanii xiqqollee hin shakkinaa 6:- Turtii Hanga ammaa nu waliin gootaniif Galatooma๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™. SHARE & JOIN:- @Orosarcasm @Orosarcasm
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
GOOTA ISA DHUGAAโ•‘TRUE HERO Utuu Si Ta'ee Akkas Gootaa? โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ• โžฅ Atileetiin biyya Keeniyaa Abel Mutai Fiigicha Dheeraa tokkoffaa irratti fixuu dhaaf sarara dhumaa irraa tarkaanfii muraasa yommuu isa hafu waan xumure itti fakkaatee dhaabbate. Atileetiin biyya Spain Ivan Fernandez immoo isumatti aanee lammaffaa irra duuba isaa kan ture Atileetiin Keeniyaa confused taโ€™uu isaa waan hubateef โ€œhin dhaabatiin itti fufii xumuri!โ€ jedhee itti iyye. โžฅ Atileetiin Keeniyaa sun garuu afaan Spanish waan hin dhageenyeef ammas isaaf hin galle. Sana booda Atileetiin Spain Fernandez akka isa hubataa hin jirre waan isaaf galeef Atileetii Keeniyaa sanaan gara fuulduraatti achi isa dhiibee, sarara qaxxaamursee tokkoffaa isa taasise. โžฅ Gochi kun kan qalbii isaanii hawwate Gaazexeessitoonni itti dachaโ€™anii โ€œMaaliif kana gootee? Ati ofii kee maaliif tokkoffaa hin baanee?โ€ Jedhanii gaafatan. โžฅ Atileetiin biyya Spain Ivan Fernandez deebisee โ€œAbjuun koo guyyaa tokko Jireenya Hawaasaa kana keessatti namoonni duubatti wal harkisuu dhiisanii, gara fuula duraatti wal dhiibanii, wal gargaaranii, Moโ€™ataa yommuu wal taasisan arguu dhaโ€ jedhe. Hedduu nama dhiba (Ajaa'iba). โœ๏ธMadda:leadership Tg page
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...